The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesThe declining day [Al-Asr] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center
Surah The declining day [Al-Asr] Ayah 3 Location Maccah Number 103
Yeroonin (saafayaan) kakadha. [1]
Dhugumatti, namni hoongoo keessa jira.
Isaan amanan, gaggaarii dalagan, haqa walii dhaamaniifi obsa walii dhaaman malee (warri hafan hoongoo guddaa keessa jiru). [2]

