عربيEnglish

The Noble Qur'an Encyclopedia

Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languages

The Traducer [Al-Humaza] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center

Surah The Traducer [Al-Humaza] Ayah 9 Location Maccah Number 104

Hamattuufi arrabsituu hundaaf badiin (azaabni) mirkanaa’e. [1]

Haa dhorgamu! [Ibidda] (jahannam) caccabsituu keessatti darbamuuf jira.

(ibiddi) Caccabsituun maal akka taate maaltu si beeksise?

(Isheen) ibidda Rabbii tan (bobeette) qabsiifamteedha.

Ishee onneewwan irratti (laalaan ishee) mul’attuudha (tan onnee gubduudha).

Utubaalee diriirfamaa keessatti (itti cufama).