The Noble Qur'an Encyclopedia
Towards providing reliable exegeses and translations of the meanings of the Noble Qur'an in the world languagesQuraish [Quraish] - Oromo Translation - Rowwad Translation Center
Surah Quraish [Quraish] Ayah 4 Location Maccah Number 106
Qurayshota barsiisuuf (booharsuuf), [1]
Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse). [2]
Gooftaa mana kanaa (ka'ibaa) haa gabbaranii.
Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse.

